Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy biqiltuu dhaaban bishaan obaasan Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad biqiltuu naannoo ‘CMC’ tti dhaaban bishaan obaasaniiru. Dooktar Abiy galgala kana naannichatti…
Oduu biyya keessaa Mootummoonni naannoollee ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsan Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Mootummoonni naannoolee, bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi dhaabbileen federaalaa ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsaniiru.…
Teeknooloojii Teeknooloojiin to’annoo saffisaa, balaa tiraafikaa sababa saffisaan ga’u ni hir’sa jedhame Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Teeknooloojiin to’annoo saffisa konkolaattootaa haaraan hojiirra oolaa jiru balaa tiraafikaa sababa ariitiin ga’u hir’isuurratti shoora olaanaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa eebbifamtoota bara 2010 fi 2011 kuma 8 gitoota hojii garaagaraarratti ramade Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee eebbifamtoota haaraa bara 2010 fi 2011 kuma 8 gitoota hojii garaagaraarratti ramaduu beeksise. Ulaagaalee…
Oduu biyya keessaa Duulli qulqullina naannoo fi Ispoortii waliinii gaggeeffame Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Hoggansi sadarkaa naannoo Oromiyaa leenjii Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachaa jiran duula qulqullina naannoo fi Ispoortii waliinii taasisan.…
Oduu biyya keessaa Adwaan dirree injifannoo gurraachootni warra adii itti qaanessaniidha – BDhKMNO Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) - Adwaan dirree injifannoo gurraachootni warra adii itti qaanessanii fi seenaan yoomuu hin dagatamne kan itti galmaa’e ta’uu Biiroon Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Istaadiyeemii Aqaaqii Qaallitti ariitiin xumuramuun tajaajilaaf ooluu qaba – Injiinar… Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 ( FBC) - Ijaarsi Istaadiyeemii Aqaaqii Qaallittii ariitiin xumuramuun tajaajilaaf ooluu akka qabu itti aanaan Kaantibaa magaalaa Finfinnee Injiinar…
Ispoortii Qananiisaan walakkaa maaraatoonii Landan Riikkardii haaraa galmeessisuun injifate Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Atleet Qananiisaa Baqqalaa walakkaa maaraatoonii Vaaytaaliitii Biig Landan riikkardii haaraa galmeessisuun injifate. Qananiisaan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi buufata konkolaataa Qaallittii % 98 xumurame. Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Ijaarsi buufata konkolaataa Qaallittii % 98 xumurame. Buufanni kun baatii tokko keessatti tajaajilaaf ni qophaa’a jedhame …
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy guyyaa injifannoo Adwaa ilaalchisuun ergaa dabarsan Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaa Guyyaa injifannoo Adwaa ilaalchisuun ummata Ityoophiyaa hundaaf ergaa baga geessanii…