Yuunivarsitiin Madda Walaabuu tajaajila seeraa fi gorsaa bilisaan hawaasa godina Baaleef kennaa jira
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Yuunivarsitiin Madda Walaabuu hojii baruu fi barsiisun cinatti tajaajila seeraa fi gorsaa bilisaan hawaasa godina Baaleef kennaa jira.…