Daa’imni haaraa dhalate sa’aati 30 booda vaayrasi koroonaan qabame argame
Finfinnee, Amajiii 28, 2012 (FBC) - Daa’imni haaraa dhalate vaayrasi koroonaan qabame argame.
Daa’imni lammii Chaayinaa erga dhalatee sa’aati 30 booda vaayrasin koroonaa akka irratti…