Warshaa qorichaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 10n hojjetamuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame
Finfinnee, Amajjii 28, 2912 (FBC) – Paarkii Indaastirii Qilinxoo keessatti warshaa qorichaa fi meeshaalee fayyaa oomishu hojjechuuf dhagaan bu’uuraa ka’ameera.
Dhagaan bu'uuraa kaa'ame…