Pireezidaantonni naannoolee Amaaraa fi Gaambeellaa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Ebla 11, 2017 (FMC) –Pireezidaantonni naannoolee Amaaraa fi Gaambeellaa ayyaana du’aa ka’uu sababeeffachuun hordoftoota amantichaa maraan baga geessan jedhaniiru.…