Naannichatti Pirojektoota Bishaan dhugaatii 14 Birrii miiliyoona 120n ijaaramaa jiran keessaa 6…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Naannoo Harariitti Pirojektoota Bishaan dhugaatii 14 Birrii miiliyoona 120n ijaaramaa jiran keessaa pirojektoonni 6 eebbisiifamuun tajaajilaaf gahuu…