Oduu biyya keessaa Aanaa Iluutti lolaan Laga Awaash…. Tsehay Guluma Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Iluu fi Sabbata Awaasitti sababa guutiinsa laga Awaashiin lolaan mudate. Sababa lolaa kanaan namoonni naannawichaa…
Oduu biyya keessaa Sirna, Wabii fi Birmadummaa Nyaataa mirkaneessuuf qulqullinaa fi baay’inaan oomishuun… Sifen Megersa Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Sirna, Wabii fi Birmadummaa Nyaataa mirkaneessuuf qulqullinaa fi baay’inaan oomishuun barbaachisaadha jedhan Hayyuun Qonnaa fi Gorsaan qorannoo fi…
Oduu biyya keessaa Biirichi Barsiisoota kuma 54 oliif leenjii kennuufi Tsehay Guluma Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisoota Kuma 54 oliif leenjii kennuufi. Leenjichi Hagayya 2, 2017 irra eegalee barsiisoota kuma 54 oliif marsaa marsaan…
Ispoortii Federeeshiniin Kaaraatee Itiyoophiyaafi Afrikaa Kibbaa waloon hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Kaaraatee Itiyoophiyaafi Federeeshiniin Kaaraatee Afrikaa Kibbaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Piroojektii seeftiineetii magaalotaa cimsuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Piroojektii seeftiineetii magaalotaa cimsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe. Waltajjiin xumuraa…
Oduu biyya keessaa Biyya tasgabbeessuun dhaloota egereetti dabarsuuf gaheen dhaabbilee amantaa olaanaadha- Luba Taagaay… Ayana Dheressa Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Biyya tasgabbeessuun dhaloota egereetti dabarsuuf gaheen dhaabbilee amantaa olaanaadha jedhan Barreessaa Olaanaan Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Nageenya Biyyaalessaa Magaalaa Hararitti eegalame Ayana Dheressa Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) –Qopheessummaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaan Yaa’ii 4ffaan Nageenya Biyyaalessaa Magaalaa Hararitti eegalame. Yaa’ichi dhimmoota nageenyaa,…
Oduu biyya keessaa Piroojektoota eegaluurra darbee qulqullinaafi ariitiin xumuruun aadaa ta’aa dhufeera- Kantiibaa… Ayana Dheressa Aug 3, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen piroojektoota eegaluurra darbee qulqullinaafi ariitiin xumuruun kaayyoo barbaadamuuf oolchuun aadaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad misooma kooridarii Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo eebbisiisan- WMM Ayana Dheressa Aug 3, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC)- Waajjirri Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Miseensota Mana Maree Paartii Badhaadhinaa waliin ta’uun misooma kooridarii haaraa Inxooxxoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad misooma kooriidarii haaraafi Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo daawwatan Ayana Dheressa Aug 3, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad misooma kooriidarii haaraafi Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo daawwatan. Ministirri Muummee Dooktar…