Chaayinaan Barattoota Itiyoophiyaaf carraa barnootaa bilisaa kennite
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC) – Chaayinaan Barattoota Itiyoophiyaa 200 ta’aniif carraa barnootaa bilisaan kennuu beeksiifte.
Barattoota carraa kana argatan keessaa 23 Itiyoophiyaatti…