Biiznasii Baankiin Biyyaalessaa Caalbaasii Sharafa alaa gaggeesse xumure Tsehay Guluma Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Baankiin Biyyaalessa Itiyoophiyaa caalbaasii addaa Sharafa alaa gaggeessaa ture milkaa’inaan xumuruu ibseera. Caalbaasichaan baankonni 27…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Itiyoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti hirmaachuuf fedhii… Tsehay Guluma Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa kutaa bulchiinsa Jaangizuu Itiyoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti hirmaachuuf fedhii qabaaachuu ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aanaa Marahabeteetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Marahabeteetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera. Konkolaataan hojjettoota 25…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Biraayitan – Boornimaawuuz,…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa murtoowwan Yaa’ii 2ffaan darban irratti hawaasa Dippiloomaasii waliin mari’ate Debela Tadesse Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii 2ffaa isaan murtoowwan darbarsee fi kallattiiwwan akeekaman irratti hawaasa dippiloomaasii teessoon isaanii Finfinnee ta’e…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni humnaa fi beekumsa qabaniin misoomaa fi nageenya biyyaaf hojjechuu qabu jedhame Tsehay Guluma Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2017 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoonni humnaa fi beekumsa qaban fayyadamuun misoomaa fi nageenya biyyaaf akka hojjetaniif xiyyeeffannaa hojjechaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan balaawwan nam-tolchee fi uumamaan mudatan ittisuuf dursa kennee hojjechaa jira- Aadde… Tsehay Guluma Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2017 (FMC)-Godina Jimmaa Aanaalee Sigigni lafaa mudatee fi lammiilee naannawaa kanneen jiraatan baraaruun haalota danda’amurratti mariin gaggeeffamaa jiraachuun…
Fayyaa Hirmaannaa hawaasaa guddisuun dhibee ittisuun murteessaadha- Dooktar Maqdas Dhaabaa Tsehay Guluma Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan garee Ogeeyyii Fayyaa Faawundeeshinii Geetis waliin mari’ataniiru. Waltajjicharratti Dooktar…
Oduu biyya keessaa Warshaan oomisha Baatirii konkolaataa Birrii biiliyoona 1 ijaarame eebbifame Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Dabra Birhaanitti Warshaan oomisha Baatirii konkolaataa Birrii biiliyoona 1’n ijaarame eebbifameera. Warshichi dhaabbata ‘Siifan Niiw Inarjii…
Biiznasii Jilli Biiznasii Chaayinaa Zoonii Diingadee Addaa Boolee Lammii fi Qilinxoo daawwate Sifen Megersa Feb 25, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Jilli Biiznasii dura Taa’aa Mana Maree Babal’ina Daldala Idil Addunyaa Chaayinaan durfamu Zoonii Diingadee Addaa Boolee Lammii fi Qilinxoo…