Sabboonummaa cichoomsuuf ogeeyyiin Kominikeeshinii gahee olaanaa qabaachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Leenjiin Paartiin Badhaadhinaa hoggansaa fi Ogeeyyii Kominikeeshinii Dhaabbilee Federaalaaf kennaa ture xumurameera.
Leenjichi mata duree ‘Seenessa…
Atileet Dheereessaa Galataaf guddinni gulantaa kenname
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Konistaabiil Atleet Dheereessaa Galataaf guddinni gulantaa kennameera.
Atileet Dheereessan Maaraatoonii Olompikii Paarisirratti 5ffaa bahuun Dippiloomaa…
Piroofesar Birhaanuun Waajjira Muummee sagantaa Waraqaa eenyummaa biyyaalessaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Waajjira Muummee sagantaa Waraqaa Eenyummaa biyyaalessaa daawwataniiru.
Sagantaa Waraqaa…
Dhaabbii biqiltuu Guyyaa tokko milkeessuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Sagantaa Dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa guyyaa tokko milkeessuuf qophiin xumuramuu Koreen Teeknikaa Ashaaraa Magariisaa biyyaalessaa beeksise.…
Nyaata, Dabtaraa fi Yuunifoormii barattootaaf Birrii biiliyoonni 8.5 ramadamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Bara 2017 keessa Nyaata, Dabtaraa fi Yuunifoormii barattootaaf Birrii biiliyoonni 8.5 ramadamuu Ejansiin Nyaataa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Magaalaa…
Itiyoophiyaatti hanga ammatti namni dhibee Maariyyee Jaldeessaan qabame hin jiru – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti hanga ammatti namni dhibee Maariyyee Jaldeessaan qabame kan hin jirre ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Akka gabaasni Giddugalli…
Waldaan Aksiyoonaa Daandii Baabura Itiyoo – Jibutii hojii xaa’oo geejjibsiisuu bara 2016 xumuruu…
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Waldaan Aksiyoonaa Daandii Baabura Itiyoo – Jibutii hojii xaa’oo biyyoo geejjibsiisuu bara 2016 milkiin xumuruu beeksiiseera.
Xaa’oo biyyoo Meetirik…
Ijaarsi Zoonii Diinagdee Addaa ‘Addis Tomorrow’ jedhamu eegalame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Ministirri Mummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa Zoonii Diinagdee Addaa ‘Addis Tomorrow’…
Boba’aan seeraan ala socho’aa ture leetirri kumni 20 to’atame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Boba’aan seeraan ala socho’aa ture leetirri kumni 20 to’atamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksiise.
Boba’aan seeraan ala Finfinnee ka’uun gara…