Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa magaalota 7 keessatti Misoomni Koriidarii hojjetamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa magaalota 7 keessatti Misoomni Koriidarii boqonnaa lamaan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee…