Lammiileen Itiyoophiyaa 456 Liibaanosii fi Saa’udiirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa turan 456 Liibaanosii fi Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Torban kana keessaa lammiileen…