Jijjiramaa as misooma qonnaaf xiyyeeffannoon olaanaan kennamee hojjetamaa jira-Obbo Geetuu…
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC) –Jijjiramaa as mootummaan misooma qonnaaf xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu ibsan.…