Yuuniversiitiin Finfinnee Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Xaaliyaanii waliin tumsaan hojjechaa jira…
Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Yuuniversiitiin Finfinnee Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Xaaliyaanii waliin tumsaan hojjechaa jiraachuu Eeggataan Pireezidaantii yuunversiitichaa Dooktar…