Paartiin Badhadhinaa miidhamtoota Godina Goofaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise
Finfinnee, Hagayya 15, 2016 (FBC)–Wajjirri Paartii Badhaadhinaa, waajjiraalee dameewwan isaa waliin ta’uun miidhamtoota Godina Goofaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasiseera.…