Oduu biyya keessaa “Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf” Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan biyya gootonni dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa ishee eegsisanii asiin gahaniidha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa hundagaleessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf hirmaannaan lammiilee murteessaadha-Amb. Taayyee… Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Birmadummaa hunda galeessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf hirmaannaan lammiilee murteessaa ta’uu Ministirri Miniisyteera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…
Oduu biyya keessaa Qaammeen 3 “Guyyaan Birmadummaa” naannolee garaagaraatti kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Qaammeen 3 “Guyyaan birmadummaa” naannoleetti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Haaluma kanaan Naannoolee Hararii, Kibbaa Itiyoophiyaa, Kibba Lixa…
Oduu biyya keessaa Icciitiin birmadummaa fi bilisummaa keenyaa tokkummaa keenya- Afyaa’ii Caffee Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Guyyaan Birmadummaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mataduree "Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf ! " jedhuun agarsiisa qaamoolee nageenyaa fi marii…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa mirkaneessuun dhimma ittigaafatummaa gaafatuudha-Aadde Adaanech Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Birmadummaa mirkaneessuun yaadaan waliigaluu qofaa osoo hintaane dhimma ittigaafatummaa fedhii fi murannoo olaanaa gaafatuudha jedhan Kantiibaan ulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Biyyi ilmaan isheetiin ijaaramti, eegamtis-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Biyyi ilmaan isheetiin ijaaramti, eegamtis jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa…
Oduu biyya keessaa Biyya tokko kan barbaachisu birmadummaaa gamaa maraati-Obbo Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Biyya tokko kan barbaachisu birmadummaaa gamaa maraati jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan. Obbo Tamasgeen Qaammee 3, "Guyyaa…
Oduu biyya keessaa Qaammee 3 Guyyaa Birmadummaa Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Qaammeen 3, "Guyyaa Birmadummaa" mata duree "Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf" jedhuun kabajama. Barii jijjiiramaa irraa eegalee birmadummaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Birmadummaa ishee kan dhiibuu barbaadan qaaniin ofirraa deebisteetti-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Birmadummaa ishee kan dhiibuu barbaadan qaaniin ofirraa deebisteetti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Qaammee 03 Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti Balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horroo gandoota Akkoo Jirruu, Iluu Kittaayeefi Unee keessatti sigiga lafaa guyyaa har'aa mudateen lubbuun shamarran 3…