Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Ambaasaaddara Chaayina waliin mari’atan Debela Tadesse Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaatti Ambaasaddara Chaayinaa Zhiiwoo Zhiiwaan waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalichaatti hojii dhabeeyyii kuma 115 ol waldaan gurmeessuun carraan hojii uumamuufi… Sifen Megersa Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaala Shaggaritti hojii dhabeeyyii kuma 115 ol waldaalee kuma 7 fi 265 jalatti gurmeessuun carraan hojii uumamuufi ibsameera. Hojii…
Biiznasii Godinichatti Bara oomishaa kana hanga ammaatti Bunni tooniin kumni 275 oomishamuu ibsame Sifen Megersa Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti Bara oomishaa kana hanga ammaatti Bunni tooniin kumni 275 oomishamuu Waajjirri Qonaa godinichaa beeksiise. Qulqullinaa bunaa fi…
Oduu biyya keessaa Teknooloojiin kenniinsa Ashaaraa Quba Harkaa fi Ijaan Waldaalee Lafa Mana jireenyaa fudhatan… Sifen Megersa Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Teknooloojiin kenniinsa Ashaaraa Quba Harkaa fi Ijaan Waldaalee Lafa Mana jireenyaa fudhatan galmeessu hojii eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Itiyooophiyaan rakkooleen Giddugala Bahaa akka furaman Dhaabbilee Idil Addunyaa waliin walta’iinsaan… Debela Tadesse Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan rakkooleen naannawaa Giddugala Bahaa akka furaman Itiyoophiyaan dhaabbilee idil addunyaa waliin walta’iinsaan kan hojjettu ta’uu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan ijaarsa indaastirii oomisha konkolaattootaaf dhagaa bu’uuraa… Debela Tadesse Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan ijaarsa Indaastirii oomisha konkolaattootaaf dhagaa bu’uura…
Oduu biyya keessaa Imaammanni Ce’umsa Haqaa Itiyoophiyaatti nageenya waaraa milkeessuuf furmata waliin kan qophaa’ee… Debela Tadesse Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Imaammanni Ce’umsa Haqaa Itiyoophiyaatti rakkoolee waggoottaniif turan, nageenyaa fi tasgabbii waaraa milkeessuuf furmaata waliin kan qophaa’e ta’u Afyaa’iin…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sosochiin Ittisa Faalama naannawaa eegale Debela Tadesse Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sosochiin Ittisa Faalama naannawaa Baatiiwwan ja'aaf turu eegaleera. Sosochichi mata duree "Faalamni haa ga’u; Miidhaginni haa…
Oduu biyya keessaa F/M Birhaanuu Juulaan Boqochuu Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Keeniyaan gaddaa isaanitti… Debela Tadesse Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan boqochuu Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Keeniyaa Jeneraal…
Oduu biyya keessaa Gaaffii haqaa hiikuuf riifoormiin sirna haqaa jalqabame cimee itti fufa-Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Debela Tadesse Apr 19, 2024 0 Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Gaaffii haqaa uummanni kaasu bu’uurarraa hiikuuf riifoormiin sirna haqaa jalqabame cimee kan itti fufuu ta’uu Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…