Dorgommii Buunyaa Yaadannoo Maandeellaan Ittaantuu Saajiin Roomaan Asaffaan injifatte
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Dorgommii Buunyaa Yaadannoo Maandeellaa Afrikaa Kibbaa Magaalaa Darbaanitti gaggeeffameen Ittaantuu Saajiin Roomaan Asaffaan morkattuu ishee injifattetti.…