Oduu biyya keessaa Ijaarsi Piroojektii Finnaa Gooyidar 80 qaqqaabuun ibsame Tsehay Guluma Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Ijaarsi Piroojektii Finnaa Gooyidar %80 qaqqaabuu Biiroon Misooma Jallisii fi Horsisee Bulaa Oromiyaa beeksise. Pirokjektichi Godina Baalee Bahaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Hanqinni raawwii Piroojektoota misooma jallisiirratti mul’atu hawaasa biratti komii uumuu ibsame Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Hanqinni raawwii ijaarsa Piroojektoota misooma jallisii guguddoorratti mul’tan hawaasa biratti komii uumuu Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ibsan.…
Oduu biyya keessaa Manneen barnootaa magaalaa Jimmaa keessatti argaman % 55 ol ulaagaa Ministeerri barnootaa baase hin… Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Manneen barnootaa magaalaa Jimmaa keessatti argaman % 55 ol ulaagaa Ministeerri barnootaa baase kan hin guutne ta’uu ibsameera. Magaalaa Jimmaatti manneen…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Diishtaa Giinaa kabajamaa jira Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti ayyaana bara haaraa saba Aarii kan ta’e ayyaanni Diishtaa Giinaan Magaalaa Jiinkaatti kabajamaa jira. Ayyaanni kun mata duree…
Oduu biyya keessaa Manneen Barnootaa Galaan Guuraatti argaman adeemsa baruu fi barsiisuu eegalan Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Guyyaa Kaleessaa kan eebbifaman Manneen Barnootaa Galaan Guuraatti argaman 3 adeemsa baruu fi barsiisuu eegalaniiru. Hogganaan Biiroo Barnoota Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi milkaa’ina ajandaa walitti qabuu Oromiyaatti gaggeefamuuf haala mijeessitoota… Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaaleessaa milkaa'ina ajandaa walitti qabuu Naannoo Oromiyaatti gaggeefamuuf haala mijeessitoota waliin mari'achaa jira. Adeemsi…
Idil Addunyaa Haasawa jibbiinsaa eenyummaarratti xiyyeeffate qolachuuf tattaaffiin waloo akka taasiifamu waamichi… Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Haasawa jibbiinsaa eenyummaarratti xiyyeeffate qolachuuf tattaaffiin waloo akka taasiifamu Gamtaan Afrikaa waamichi dhiyaasse. Yaa’iin Ittisa Haasawa…
Ispoortii Taphoonni shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Taphoonni ramaddii shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan tapha har’a sa’aatii 2:45 eegalee Giroonaan Liiverpuul, Daayinemoo Zaagreeb Seeltik…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoodha – Dooktar Abiy… Tsehay Guluma Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoo ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa “Dishtaa Giinaan” ayyaana Duudhaalee nageenyaa, jaalalaa, tokkummaa fi waldeeggaruu… Debela Tadesse Dec 9, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC)- Jijjiirraa bara haaraa Saba Arii “Dishtaa Giinaa” ilaalchisuun Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Xilaahuun Kabbadaan ergaa baga geessanii…