Yaa’ii Dureewwan Gamtaa Afrikaa keessummeessuuf Hoteelonni qophii taasisaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)– Yaa’ii Dureewwan Gamtaa Afrikaaf dhufan keessummeessuuf qophii taasisaa jiraachuu Waldaan Abbootii Qabeenyaa Hoteelotaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…