Sagantaan barattootaa WMO’f Beekamtii fi badhaasa kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Sagantaan barattoota Mana Barnootaa Bultii Addaa WMO qabxii olaanaa galmeessaniif beekamtii fi badhaasa kennuu gaggeeffameera.
Beekamtii fi badhaasni…