Kantiibaa Adaanech Manneen Tajaajila Tola Ooltummaan ijaaraman dabarsanii kennan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen Tajaajila Tola ooltummaa gannaan ijaaraman kuma 1 fi 671 dabarsanii kennaniiru.…