Daldala alaa oomishaalee beelladaa irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 128 ol argame- Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Bara baajataa 2018’tti daldala alaa oomishaalee beelladaa qindaa’an irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 28 fi kumni 400 argameera jedhe…