Guyyaan har’aa ummattoota gurraachaa maraaf guyyaa ifni aduu itti baheedha – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) - Guyyaan har'aa Afrikaanotaa fi ummattoota gurraachaa maraaf guyyaa ifni aduu itti baheedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…