Dippiloomaasii Itiyoophiyaa: Hordoftummaa irraa gara Dursummaatti
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Yeroo madaalliin humna addunyaa saffisaan jijjiiramaa jirutti, faayidaa biyyaalessaa eeguu fi kabaja biyya tokkoo osoo hin laaffisin hariiroo idil-addunyaa…