Teeknooloojii Bilbila akka baankiitti – Teelee Birrii Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Waggoota muraasa dura, namni tokko, Maallaqa callaa harkatti qabachuun kaffaltiin raawwachaa ture. Har’a garuu sun jijjiirameera. Maallaqa olaanaa daddabarsuu irraa kaasee, hanga…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo sirna bareedaa uummanni addunyaan ittiin boonu gadaa addunyaaf gumaache -Aadde… Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) –Uummanni Oromoo sirna bareedaa uummanni addunyaan ittiin boonu sirna gadaa addunyaaf gumaache jedhan Hoggantuun Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa aadde…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti Qaammeen 1 Guyyaan oomishtummaa kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti Qaammeen 1 Guyyaan Oomishtummaa mata duree "Oomishtummaan Bu'uura Birmadummaati!" jedhuun sagantaawwan garagaraatiin…
Ispoortii Darbii Landan 213ffaa si’oominaan eegamu Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 3ffaan taphni darbii Landan Arsenaal Cheelsii keessummeessu akkaan eegama. Taphoota Kilaboota lamaan gidduutti hanga…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Guyyaa Oomishtummaa Abbootiin keenyaa dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa daangaa Itiyoophiyaa eeguun biyya guddoo nu dhaalchisaniiru. Har’as karaa haaraa fi seenaa qabeessa,…
Oduu biyya keessaa Kaartaa, Afrikaa waggoota 500 oliif xiqqeessee agarsiisaa ture Yonatan Birhanu Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Mootummoonni Gamtoomani(UN) waggoota 500 ol booda Afrikaaf bifaa fi bal’ina ishee sirriitti kan ibsu kaartaa haaraa akka qabaattuuf murtee dabarsuun isaa…
Teeknooloojii Itiyoophiya gara Addunyaa Dijitaalaatti… Yonatan Birhanu Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Imalli Itiyoophiyaan gara dijitaalaatti gootu hirmaannaa dinagdee guddisuu, iftoomina cimsuu fi bu’uuraalee misoomaa dijitaalaa uummataa cimaa ijaaruu…
Ispoortii Dorgommii Daayimand Liigii fiigicha gufachiisaa meetira 3,000’n Atileet Gammachuu Godaanaa… Yonatan Birhanu Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Dorgommii Daayimand Liigii Biraaselsitti gaggeeffameen, atileetiin Itiyoophiyaa Gammachuu Godaanaa fiigicha gufachiisaa meetira 3,000 injifateera.…
Oduu biyya keessaa Yeroon Waliigaltee Kireessaa fi Kireeffataa Haaromsuu Hanga Qaammee 5tti Dheerate Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Yeroon xumuraa waliigaltee kireessaa fi kireeffataa haaromsuu hanga Qaammee 5, 2018tti dheerachuu isaa Biiroon Misoomaa fi Bulchiinsa Manneen Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni naannawichaa qajeeltoo fayyadamummaa waloon Itiyoophiyaaf karra galaanaa mijeessuun… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Biyyoonni naannawichaa qajeeltoo fayyadamummaa waloo fi karaa nagaan Itiyoophiyaaf karra galaanaa mijeessuun, jireenya isaanii waloo mirkaneessuu qabu…