Oduu biyya keessaa Magaalichatti miseensonni raayyaa nageenyaa eebbifaman Sifen Megersa Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti miseensonni raayyaa nageenyaa leenjii adda addaa fudhataa turan eebbifaman. Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaan garee jila Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan durfamu walii mari’atan Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen garee jilaa Looreetii Addunyaa Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan durfamu waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Dhugumaan Gargaarsaa Olitti! Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Toora Xiyyeeffannoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa lafa qabsiisuu keessatti, gaheen Humnoota Waloo dabalurratti argama. Imala waggoottan jahan darban taasisne keessatti, milkaa’ina lakkaa’uu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Kaartumitti haleellaa Mana jireenyaa Ambaasaaddara GEA’rra ga’ee balaaleffatte Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Kaartumitti haleellaa Mana jireenyaa Ambaasaaddara Gamta Emereetota Arabarraa ga’ee balaaleffatte. Itiyoophiyaan qaamoleen Sudaan hundii…
Oduu biyya keessaa Tajaajilichi nageenya maamiltoota fi fe’umsaa isaaniif gahee olaanaa bahateera jedhame Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa bara baajataa xumurametti maamiltoota miiliyoona 14 keessummee fi fe’umsi isaanii sodaa nageeyaa tokko malee akka…
Oduu biyya keessaa Irreechi haala maqaa gaarii biyyaa calaqqisiisuun akka kabajamu gahee keenya ni bahanna-Dargaggoota Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Irreechi karaa duudhaa isaa eeggatee fi maqaa gaarii biyyaa haala calaqqisiisuun akka kabajamuuf gahee isaanii akka bahataan daraggoonni Magaalota…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuun tarkaanfiin fudhatamaa jira-Mootummaa… Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Naannoo Amaaraatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetamaa jiruun tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Mootummaa Naannichaa beeksise. Hogganaan…
Biiznasii Ijaarsi babal’isa Paarkii Indaastirii Adaamaa Doolaara miiliyoona 300’n gaggeeffamuufi Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Ijaarsi babal’isa Paarkii Indaastirii Adaamaa marsaa 2ffaan Doolaara miiliyoona 300’n gaggeeffamuuf ta’uun ibsame. Hoji Raawwachiisaa Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa walga’ii gaggeesseen murtoo dabarse Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Manni Maree Ministirooraa Walga’ii idilee 39ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni marichaa tarsiimoo galii…
Oduu biyya keessaa Torbeen Tuuriizimii Oromiyaa gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)-Torbee Tuurizimii Oromiyaa har'a Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Sagantichi guyyoota 3’f kan turu yoo ta’u, waa’ee hambaalee aadaa fi hawwata…