Oduu biyya keessaa Egzibiishiniin Torbee Irreechaa Finfinneetti baname Tsehay Guluma Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) –Egzibiishiniin Torbee Irreechaa kan bara 2017 Giddugala Egzibishinii Magaalaa Finfinneetti banameera. saganticharratti Hoggantuu Biiroo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Baankii Addunyaa waliin waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 mallatteessite Debela Tadesse Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan raawwii pirojektii sirna bulchiisaa ammaayyaaf kan oolu waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 Baankii Addunya waliin mallatteessite.…
Dhugoomsa Ragaa Maamiltoonni waliin dhooftotarraa akka of eegan baankichi hubachiise Sifen Megersa Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Waliin Dhooftonni maloota adda addaa fayyadamuun hanna maallaqaa fi ragaa raawwatanurraa maamiltoonni akka of eegatan Baankiin Daldala Itiyoophiyaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan hojiiwwan walta’iinsa idil addunyaa eegaltee cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiste Debela Tadesse Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Chaayinaan hojiiwwan walta’iinsa idil addunyaa eegaltee cimsitee kan itti fuftu ta’uu Pireezidaantiin Biyyattii Shii Jiinpingi dubbatan. Hundeeffamni…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Waajjira Ganda Baadiyyaa Ukkee daawwatan Debela Tadesse Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Jilli Pireezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaatti Waajjira Ganda Baadiyyaa Ukkee…
Idil Addunyaa Ameerikaatti Obomboleettii hamaa rooba makate mudateen lubbuun namoota 30 darbe Sifen Megersa Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Ameerikaa Kutaa bulchiinsa Kaaba Kaaroolaayinaatti Obomboleettii hamaa rooba makate mudateen lubbuun namoota 30 darbuu gabaafame. Balaan kun…
Oduu biyya keessaa Gumiin Balal marsaa 38ffaan gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Waltajjiin Gumii Balal marsaa 38ffaan mata duree “Irreechi Ibsituu Abdii fi Hawwii Gaariiti” jedhuun gaggeeffamaa jjra. Waltajjicharratti Hogganaa…
Fayyaa Irreecharratti fayyaa hawaasaa eeguuf qophiin barbaachisaan taasifamuun ibsame Tsehay Guluma Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Irreecha Fulbaana 25 fi 26, 2017 kabajamu ilaalchisee fayyaa hawaasaa ayyaanicharratti hirmaatu eegsisuuf qophiin taasifamuun ibsame.…
Ispoortii Kilabni Magaalaa Walqixxee Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessaa haqame Tsehay Guluma Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Walqixxee Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessaa haqamuu Piriimeer liigichi beeksiseera. Kilabichi…
Oduu biyya keessaa Qonni magaalaa damee qonnaa gabbisuurra darbee dinagdee magaalaa fi hojii uumuu ni guddisa-Dooktar… Tsehay Guluma Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Qonni Magaalaa damee qonnaa gabbisuurra darbee diinagdee magaalaa fi hojii uumuu ni guddisa jedhan Minisitirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…