Hundeessaa fi Hogganaan Teeleegiraamii wabii Yuuroo miiliyoona 5 gadi lakkifamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Sooressi beekamaan, Hundeessaa fi hogganaan Teeleegiraamii Faransaayitti to’annoo jala oolee ture Paaveel Duuroov wabii Yuuroo miiliyoona 5 gadi…