Biiznasii Booyingi Waajjirri Afrikaa Finfinneetti hojii eegaluufi Debela Tadesse Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)- Booyingi Waajjirri Afrikaa teessoon isaa Finfinnee ta’e Onkoloolessa dhufu hojii eegaluuf akka ta’e beeksise. Hoji Gaggeessaa Olaanaan Waajjirichaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Barnootaa sadarkaa magaalaa 31ffaan gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) –Yaa’iin Barnootaa Sadarkaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee 31ffaan gaggeeffamaa jiraachuun ibsame. Yaa’iichi mata duree "Tattaaffiin Olaanaa Qulqullina…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Mana Maree Hidha Haroomsaa Guddicha Naannoo Oromiyaa biqiltuu… Sifen Megersa Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Mana Maree Hidha Haroomsaa Guddicha Naannoo Oromiyaa biqiltuu dhaabaniiru. Daayreektara Olaanaa Waajjira Mana…
Ispoortii Atileet Garbaa Dibaabaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Boonas Ayiresitti gaggeeffame injifate Tsehay Guluma Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Atileet Garbaa Dibaabaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Arjentiinaa magaalaa Boonas Ayiresitti gaggeeffame injifateera. Atileet Garbaan…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa waggaa 1ffaan kabajamaa jira Tsehay Guluma Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Naannoo Kibba Itiyoophiyaa waggaa 1ffaan Magaalaa Walaayittaa Sooddootti kabajamaa jira. Naannicha waggaa har’aa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Hogganaan Telegiraam Faransaayitti to’atame Tsehay Guluma Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)-Hogganaan miidiyaa hawaasummaa Telegiraam Paaveel Duuroov Faransaayitti to’annoo jala oolfamuun gabaafame. Miidiyaalee Fayansaay wabeeffachuun…
Ispoortii Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha Daayimandi Liigii guyyaa 4 keessatti yeroo 2ffaaf injifatte Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Dorgommii fiigicha Daayimandi Liigii meetira kuma 3 fi meetira kuma 1 fi 500 Luuzaanitti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru. Atileet…
Oduu biyya keessaa Namoota qajeelfama aviyeeshinii cabsan 6 irratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegalame Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Namoota qajeelfamaa fi hojmaata aviyeeshinii cabsan 6 irratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegaluu Poolisiin Federaalaa beeksise. Tibbana Imala…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma Koriidarii guddina waaraa fi walitti hidhamiinsa magaalotaa kan guddisuudha –… Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Hojiin misooma Koriidarii hojjetamaa jiru guddina waaraa fi walitti hidhamiinsa magaalotaa kan cimsu ta'uu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu'uraalee…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Addisuu Araggaan durfamu Aanaa Boosatitti misooma Atoo Boonsituu fi Boloqqee daawwate Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti qindeessaa kilaastera baadiyyaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu Godina Shawaa Bahaa…