Idil Addunyaa Turki xiyyaarota waraanaa ‘C-130’ balalliirraa dhorkite Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018(FMC) – Balaa xiyyaara waraanaa Joorjiyaatti mudate hordofee Turkiin xiyyaarota waraanaa ‘C-130’ balalliirraa dhorkite. Xiyyaarri qabeenya Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun seenaa boonsaa qaba – Letenaal Jeneraal… Tsehay Guluma Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC) – Humni Qilleensaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun seenaa boonsaa qaba jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaan baname Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan agarsiisa Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaa Giddugala Konveshinii Idil Addunyaa Addisitti bananiiru.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara 2018 misooma qamadii jallisii boneen lafa heektaara miliyoona 4 misoomsuuf… Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2018 misooma qamadii jallisii boneen lafa heektaara miliyoona 4 misoomsuuf hojjatamaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii naannichaa.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti oomisha aannanii guddisuuf hojjetamaa jira – Biiricha Yonatan Birhanu Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti kurmaana 1ffaa bara 2018tti aannan liitirri biliyoonni 1 fi miliyoonni dhibba shan akka oomishame Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin duudhaa nageenyaafi waldanda’uu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Konfiransiin duudhaa nageenyaafi waldanda’uu ijaarsa biyyaafi dhalootaa Sadarkaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Konfiransichi Biiroo Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Faayidaafi nageenya lammiilee bobbii hojiin Sa’ud Arabiyaatti argamanii kabachiisuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Faayidaafi nageenya lammiilee bobbii hojiin Sa’ud Arabiyaatti argamanii kabachiisuuf hojjetamaa jira. Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa aadde…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waggoota 10 keessatti ulaa galaanaa yoo hin arganne waggaan giddugaleessan Doolaara… Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan waggoota kurnan itti aanaan keessatti ulaa galaanaa argachuu yoo hin dandeenye waggaan giddugaleessan Doolaara biiliyoona 50 ol dhabdi jedhan…
Fayyaa Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti mudate Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Jiinkaatti mudachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Dhibeen kun akka hin babal'anne…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitichi sanyii filatamaa akaakuu garaagaraa hawaasa naannawaaf dhiyeessa jira Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii sanyii filatamaa akaakuu garaagaraa baay'isuun qonnaan bultoota naannawaaf dhiyeessan jira jedhe. Yuunivarsitii Arsiitti diinii…