Dhimmoota adda nu baasan mariin furra- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan kan Itiyoophiyaanota hundaa waan taateef dhimmoota adda nu baasan mariin furra jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar…