Fooyyessi Imaammata Diinagdee Gooroo Invastimantii kallattii hawwachuuf haala mijataa uumeera…
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) – Fooyyessi Imaammata Diinagdee Gooroo Itiyoophiyaan taasiifte Invastimantii kallattii hawwachuuf haala mijataa uumuu Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa…