Oduu biyya keessaa Boba’aan seeraan alaa Barmeelli 121 to’atame Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Boba’aan seeraan ala geejjibsiifamaa ture barmeelli 121 to’annoo jala oolfmuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise. Abbaan taayitichaa eeruu…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Wixinee Labsii Waliigaltee Deeggarsa Maallaqaa Waldaa Misoomaa Idil Addunyaarraa… Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wixinee Labsii Waliigaltee Deeggarsa Maallaqaa Waldaa Misoomaa Idil Addunyaarraa argame raggaasiseera. Manni…
Oduu biyya keessaa Aanaa kofaleetti sigigni lafaa mudate Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee ganda Hassee Alkeetti balaan sigiga lafaa mudachuun ibsame. Balichaan oomishaalee qonnaa garaagaraarra miidhaan…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Xaaliyaanii Itiyoophiyaaf deeggarsa maallaqaa Yuuroo Miiliyoona 25 taasise Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Mootummaan Xaaliyaanii sagantaa misoomaa naannawaa fi Diinagdee Magariisaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Maallaqaa Yuuroo miiliyoona 25 taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Tigraayitti Pirojektoonni Birrii Biiliyoona 2.7oliin ijaaramaa jiran daawwataman Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan pirojektoota misoomaa Birrii biiliyoona 2.7 oliin Magaalaa Maqaleetti ijaaramaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoo dabarse Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 38ffaa gaggeesseen Waldaa Misoomaa Idil Addunyaa waliin waliigaltee deeggarsaa faayinaaansii taasifame…
Biiznasii Raabsaan elektirikii ‘Gaardiyaan Shiildi’ gabaarraa dhorkame Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Sadarkaa gadii kan ta’ee fi maddi isaa kan hinbeekamne Raabsaan Elektirikii ‘Gaardiyaan Shiildi’ gabaaf akka hindhiyaanne dhorkamuu Ministeerri Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Tajaajila lammummaan hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15 olitti tilmaamamuu… Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Tajaajila Lammummaa Gannaatiin hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15.24 tti tilmaamamuu hojjetamuun ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Warqeen gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan baasuun akka daldalamu… Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Dhiyeessitootaa Warqee hundaaf kaffaltiin kan raawwatamu gatii Warqee gabaa addunyaan gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan…
Idil Addunyaa Qondaalli Olaanaan Hamaas Teehraan keessatti ajjeefame Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Qondaalli Siyaasaa Olaanaan Hamaas Ismaa’eel Haniiyeeh Iraan Teehraan keessatti ajjeefamuun gabaafame. Ismaa’eel Haniiyeeh fi eegduu isaanii kan…