Komishiniin Gumruukaa lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) –Komishiniin Gumruukaa lammiilee Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa Sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa akaakuu Birrii…