Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Godina geede’oo Aanaa Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota sadii darbe.
Balichis konkolaataa fe’umsaa gara Mooyaalee imalaa ture…