Ministeerichi Lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 6.8 taasise
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef kan ooluu deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6.8…