Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 3ffaa magaalaa Baahir Daaritti gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichaan gabaasni raawwii bara…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa gatiin dhiibbaa uumamuu malu tasgabbeessuf hojjettoota mootummaaf miindaa dabaluuf… Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Fooyyessi sirna bulchiinsa sharafa alaa taasifame milkeessuuf qophiin duraa bal’aan taasifamuu Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Qophii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti Balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 6 darbe Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Naannoo Sidaamaa Godina Giddugala Sidaamaatti rooba cimaa roobe hordofee sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuun ibsame. Godinicha Aanaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Biyyaalessaa Fooyyessii bulchiinsa sharafa alaan jijjiirama imaammataa haaraa taasise Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Fooyyessii bulchiinsaa sharafa alaan jijjiirama imaammataa haaraa taasisuu beeksise. Fooyyessiin taasifames…
Oduu biyya keessaa ODUU AMMA NU QAQQABEEN Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan imaammata fooyyessa diinagdee Gooroo hunda galeessa ta’e hojiirra oolchuutti seentee. Imaammata Sagantaa Fooyyessa Diinagdee Gooroo…
Oduu biyya keessaa Tajaajilichi lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessa Godina Goofaatti lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise.…
Oduu biyya keessaa Jilli Gamtaa Emereetota Arabaa lammiilee bala sigiga lafaan miidhaman jajjabeesse Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Jilli Gamtaa Emereetota Arabaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaatti lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa namoomaa toonii 85 taasisuun…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaaf galiin Birrii Biiliyoona 1.7 walitti qabame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Bara baajataa xumurame Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf deeggarsi Birrii biiliyoona 1.7 olii walitti qabamuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Sahaalaa Sayyamitti balaa dhidhimuu bidiruun lubbuun namoota 12 darbe Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Waag Himraa Aanaa Sahaalaa Sayyamtitti balaa dhidhimuu bidiru mudateen lubbuun namoota 12 darbuun eerame. Biduruu namoota…
Oduu biyya keessaa Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Godina geede’oo Aanaa Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota sadii darbe. Balichis konkolaataa fe’umsaa gara Mooyaalee imalaa ture…