Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) –Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii dilee 6ffaa bara hojii 3ffaa magaalaa Samaaraatti gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantiin…
Biiznasii Komishinichi bara baajataa 2016 galii Birri biiliyoona 191.2 argachuu ibse Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa bara baajataa 2016 galii Birri biiliyoona 191.2 argachuu beeksiseera. Komishinichi raawwii hojii bara 2016 Magaalaa Aarbaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Lammiilee Godina Goofaatti miidhaan irrra qaqqabe jajjabeessan Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaa ganda Keenchoo Saachaa argamuun lammiilee…
Ispoortii Taphoota Olompikii 33ffaa Paariis Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Taphoonni Olompikii Paariis 2024 eda ifatti banameera. Taphoota Olompikii Paariis 2024 kanaaf medaaliyaan warqee 329 qophaa'eera. Atileetoonni…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Goondaritti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Magaalaa Goondaritti hiriirri deeggarsaa hojiilee misoomaa mootummaan hojjechaa jiruuf beekamtii kennu gaggeeffameera. Jiraattoonni magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) -Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo…
Fayyaa To’annoo Nageenyummaa qorichaa mirkaneessuu keessatti hawaasni akka tumsu waamichi dhiyaate Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Nageenyummaa qorichaa mirkaneessuuf to’annoo gaggeeffamu keessatti hawaasni akka tumsu Abbaan Taayita Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa waamicha…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Gaddaa Biyyaalessaa Labsame Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti Guyyaan Gaddaa biyyalessaa guyyoota sadiif turu labsame. Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti bala Sigiga lafaa mudate hordofee…
Oduu biyya keessaa Waa’ee Malkaa Qunxurree Kana Beektuu Laata? Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Malkaan Qunxurree, Finfinneerraa gara Kibbaa km 50 Sulula Laga Awaash ol’aanu keessa, Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaa keessatti argama.…
Oduu biyya keessaa Filmaatawwanii fi carraalee damee geejjibaa fi loojistiksiirratti mari’atame Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamu simeen garee Dhabbata Faayinaansii fi Daldalaa Idil Addunyaa waliin filmaatawwanii fi…