Paakistaanitti ho’a olaanaa mudateen lubbuun namoota 500 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)-Paakistaanitti sababii ho’a olaanaan, guyyoota jaha keessatti lubbuun namoota 500 ol darbuun ibsame.
Biyyatti naannwaa Kibbaatti ho’a hedduu dabalaa…