Rakkoo Teeknikaa Mudateen Qormaanni Faarmaasii Waxabajjii 22 irra deebiin kennama–Ministeera…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) –Qormaata Bahiinsa Yuunivarsitii Waxabajjii 14-19, 2016 kennamaa tureen, guyyaa xumuraarratti rakkoo teeknikaa qormaata Faarmaasii qofa mudateen Sanbata…