Oduu biyya keessaa Faanaa fi Waaltaan walitti makaman Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshin Koorporeet ifatti Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin jedhamuun walitti makanan.…
Oduu biyya keessaa Miira itti gaafatamummaan ijaarsa biyyaaf, dhaloota qaruuf Itiyoophiyaa himuuf ni hojjenna-Obbo… Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)-Miira itti gaafatamummaan ijaarsa biyyaaf, dhalootaa qaruu fi Itiyoophiyaa himuuf ni hojjenna jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan FMC Obbo Admaasuu Daamxoon.…
Oduu biyya keessaa Qondaaltoonni WBO Jaal Sanyii Nagaasaan durfamu Kantibaa Adaanech Abeebee waliin mari’ate Tsehay Guluma Dec 4, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Qondaaltoonni Waraana Bilisummaa Oromoo Jaal Sanyii Nagaasaan durfamu Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee waliin mari’ateera. Jilichi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen xalayaa muudama Ambaasaaddarootaa simatan Debela Tadesse Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Xalayaa Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa Itiyoophiyaatti muudamanii simataniiru. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jijjiiramaa garaagarummaa siyaasaa madda rakkoo nageenyafi gaagga’ama ummataa ture marii… Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Mootummaan Jijjiiramaa garaagarummaa siyaasaa madda rakkoo nageenyafi gaagga’ama ummataa ture marii nagaatiin hiikuuf kutannoo hinreeqqifneen socho’aa…
Oduu biyya keessaa Walii galteen araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Qondaaltota WBO gidduutti mallatteeffame Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Walii galteen araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Qondaaltoota Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti mallatteeffameera. Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hiyyummaa keessaa ba’uuf kutannoo qabduun Badhaadhinaa mirkaneessuun gahee… Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan hiyyummaa keessaa ba'uuf kutanno qabduun Badhaadhinaa mirkaneessuun gahee lammiilee hundaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Bakka Dooktar Abiy Ahimad Argamanitti Waggaa 5ffaan hundeeffama Paartii Badhaadhinaa kabajame Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Sagantaan xumuraa Waggaa 5ffaa hundeeffama Paartii Badhaadhinaa Bakka Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantii Paartichaa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa Jiin Liikuun Waliin Mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Paartichi waadaa ummataaf galee gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jira-Obbo Kaffaaloo Tafarraa Debela Tadesse Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)- Paartiiin Badhaadhinaa waadaa ummataaf galee gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa…