Oduu biyya keessaa Gandi Bu’uura Hawaasaati –Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurahmaan Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Gandi Bu'uura Hawaasaa ta'u Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan. Gurmaa’iinsi Gandaa bifa haaraan ijaarame kun, qajeeltoo Heera…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa Lii Kiyaangi waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad, qooda Dhaabbanni ‘CCCC’ magaaloota Itiyoophiyaa ammayyeessuu keessatti bahachaa… Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii Beejingitti taasiisaa jiraniin marii dhaabbata Ijaarsaa fi Kominikeeshinii Chaayinaa waliin…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan Yuuwaanii miiliyoona 400 Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisuuf waadaa galte Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Chaayinaan Piroojektoota garaagaraa raawwachiisuuf kan oolu Yuuwaanii miiliyoona 400 Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisuuf waadaa galuu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy sirna baniinsa Yaa’ii tumsa Chaayinaa – Afrikaarratti hirmaataan Sifen Megersa Sep 5, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna baniinsa Yaa'ii tumsa Chaayinaa - Afrikaarratti hirmaataaniiru. Chaayinaan hariiroo Afrikaa waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy, Jeneraal Abdal Fattaa Alburihaan waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Jeneraal Abdal Fattaa Alburihaan waliin mari’ataniiru. Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Caaseffama haaraa itti dhiyeenyaan hawaasa tajaajilu diriirsuun kenna tajaajilaa kan mirkaneessudha… Sifen Megersa Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Naannoon Oromiyaa Caaseffama haaraa itti dhiyeenyaan hawaasa tajaajiluu diriirse kenna tajaajilaa kan mirkaneessu ta’uu ibsameera. Sirna biyya kanaa…
Uncategorized Dooktar Abiy Ahimad simannaa Pireezidaantiin Chaayinaa taasiisaniif galateeffatan Sifen Megersa Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing taasiisaniif galateeffataniiru. Chaayinaan deeggarsa adda…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Chaayinaa Beejiingi Galan Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa Beejiingi galaniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Lammiilee miiliyoona 4.1’f carraan hojii uumamuun ibsame Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Bara baajataa 2016 biyya keessaa fi alatti lammiilee miiliyoona 4.1’f carraan hojii umamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise. Ministeerichi…