Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa Jiin Liikuun Waliin Mari’ataniiru.
Marii…