Itiyoophiyaan ajandaaleen waliigaltee Godaansaa akka raawwataman taasisaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan ajandaalee waliigaltee Godaansaa Imammataa misoomaa ishee garaagaraa keessatti hammachisuun akka raawwataman taasisaa jiraachuu Ministirri…