Oduu biyya keessaa Haaromee: Motora Cehumsa Baadiyyaa Oromiyaa Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Haala baramaa baadiyyaa keenyaa jijjiiruuf sababoota dirqisiisoo hedduutu jiru. Dhiibbaalee adda addaatiin, baadiyyaaleen Oromiyaa gama hedduun magaalotarratti hirkachuuf saaxilamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa wayita kabajnu tokkummaan gara milkaa’inaatti imaluuf waadaa keenya guyya itti… Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Guyyaan Alaabaa wayita kabajnu tokkummaan gara milkaa’inaatti imaluuf waadaa keenya guyya itti haaressinuudha jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Yoo waltaane naannawaa cimaa uumuu dandeenya-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)- Yoo waltaanee fi waltumsine, waloon misoomuun naannawaa cimaa uumuu dandeenya jedhan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Hammattoon…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahin Adeemsa ijaarsa Riizoortii Shabalee daawwatan Tsehay Guluma Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin qaama pirojeektii Maaddiin dhalootaaf kan ta’e adeemsa ijaarsa Riizoortii Shabalee…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shii Jiinpiing, Pireezidaanti Taayyeef ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing, Pireezidaantii FDRI haaraa ta’uun kan moggaaffaman Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti oomishni Mishingaa yeroo gabaabaa keessatti gahu haaraan hojiirraa oole abdii… Tsehay Guluma Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Naannoo Harariitti oomishni Mishingaa yeroo gabaabaa keessatti gahu haaraan hojiirraa oole abdii guddaa agarsiisaa jiraachuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Duraanii UK waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 11, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Dura Taa’aa Olaanaa Inistiitiyuutii Toonii Bileerii fi Ministira Muummee Duraanii Yuunaayitid Kiingidaam…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan baatii Onkololeessaa keessa Konfiraansiiwwan idil addunyaa garaagaraa keessummeessuuf… Debela Tadesse Oct 11, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan baatii Onkololeessaa keessa Konfiraansiiwwan idil addunyaa garaagaraa keessummeessuuf qophii taasisuu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ingilizitti Ministira Afrikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Oct 11, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ingilizitti Ministira Afrikaa Loordi Kooliinsi waliin mari’ataniiru. Mariin isaaniis dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu kabajama Tsehay Guluma Oct 11, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 17ffaan Wiixata dhufu Onkoloolessa 4, 2017 kan kabajamu ta’uu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa beeksise. Guyyichi mata…