Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa gaggeeffame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Yaa'iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffame. Yaa'icharratti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurhaamaan,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggaman Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggamaniiru. Piroojektiin madda…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Chaayinaa lammiilee Itiyoophiyaa balaa sigiga lafaa muudateen lubbuu isaanii… Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lammiilee Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu isaanii dhabaniif gaddi itti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Lammiilee Godina Goofaatti miidhaan irrra qaqqabe jajjabeessan Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaa ganda Keenchoo Saachaa argamuun lammiilee…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Gaddaa Biyyaalessaa Labsame Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti Guyyaan Gaddaa biyyalessaa guyyoota sadiif turu labsame. Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti bala Sigiga lafaa mudate hordofee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan olola Mootummaa Somaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jirti-MDHA Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan olola Mootummaa Soomaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera. Ministeerichi…
Oduu biyya keessaa Malkaa Qunxurreen UNESCO’tti galmaa’e Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Nannawaan Hambaa lafee dhala namaa Malkaa Qunxurreen Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO) galmaa’e. Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Buna jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamatu misoomsurratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jira –… Tsehay Guluma Jul 24, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Buna jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamatu misoomsurratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Oduu biyya keessaa Yeroo yaraa kanatti Mootummaa Kibba Itiyoophiyaa waliin ni dhaabbanna-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Jul 23, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Yeroo yaraa kanatti gama hundaan Mootummaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa waliin kan dhaabbatan ta’u Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Balaa tasaa Godina Goofaan miidhaa qaqqabeen gadda isaanitti dhaga’ame ibsan Debela Tadesse Jul 23, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Goofaa Aanaa Gazee Goofaa Ganda Keenchoo Shaachaa Gozdiitti mudateen miidhaa qaqqabeen gaddi cimaan…