Dooktar Abiy Ahimad simannaa Pireezidaantiin Chaayinaa taasiisaniif galateeffatan
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing taasiisaniif galateeffataniiru.
Chaayinaan deeggarsa adda…