Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaaban Tsehay Guluma Aug 20, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Sidaamaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru. Dooktar Abiy simannaa Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi Nageenya biyyaa mirkaneessuu cinaatti hirmaannaan misoomaa… Sifen Megersa Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Birmadummaa fi Nageenya biyyaa mirkaneessuu cinaatti hirmaannaan misoomaarratti taasiisaa jiru jajjabeessaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa burqaa nagaa qofa utuu hin ta’iin burqaa misoomaa fi kalaqaa ta’uu… Debela Tadesse Aug 19, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Raayyaan Ittisaa Biyyaa burqaa nagaa qofa utuu hinta'iin burqaa misoomaa fi kalaqaa ta'uu akka qabu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Cinaaksanitti Qonna Gannaan Qamadiin Kilaastaraan misoome daawwatame Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Jilli Pireezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu, Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Qonna Gannaan Qamadii Kilaastaraan…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Harargee Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatee Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti hojiilee misoomaa garagaraa…
Oduu biyya keessaa Hagayya 17’f haa qophoofnu-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Aug 18, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hagayya 17, 2016 duula guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamuuf haa qophoofnu jechuun…
Oduu biyya keessaa Hojiin seenaa yaraa gara seenaa boonsaatti jijjiiruu Harargee Lixaatti agarre godinaalee birootiifis… Sifen Megersa Aug 17, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) - Hojiin seenaa yaraa gara seenaa boonsaatti jijjiiruu Harargee Lixaatti argame godinaalee birootiifis barnoota ta'uu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Kabajaa fi dandeettii barsiisotaa guddisuuf hojjetamaa jira – Piroofeesar Birhaanuu Naggaa Sifen Megersa Aug 17, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Kabajaa fi dandeettii barsiisotaa guddisuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Lixaatti hojiilee misoomaa daawwate Sifen Megersa Aug 17, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddeetti hojiilee misoomaa garaa…
Oduu biyya keessaa Ogummaa babal’isuun xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamuu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma Aug 16, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Inisheetivoota babal'isuu fi idileessuu dabalatee ogummaa babal’isuun xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamuu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa…