Hojii malaammaltummaa hatattamaa ittisuun Birrii biiliyoona 2.8 hannarraa baraarameera-KNFMF
Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC)-Bara baajataa 2016 hojii malaammaltummaa hatattamaa ittisuu hojjetameen Birrii biiliyoona 2.8 ol hannarraa baraaruun akka danda’ame Komishiniin Naamusaa fi…